Ads

Kitaabota addunyaa baay’inaan gurguraman 10n


 

 

Kitaabota jaallatamoo Macaafa qulqulluu fi Qulqulluu Quraanaa dabalatee kitaabota kooppiin isaanii baay’inaan gurguraman kurnan waliin haa ilaallu.

Macaafa Qulqulluu (The Bible) :

Hanga gurgurame~ Koppii biliyoona 5 Gosa~ Amantii Bara: ~ Jaarraa 1ffaaAfaan jalqabaa: Hebrew /Aramaic

Quotations from Chairman Mao Tseu-Tung a.k.a. The Little Red BookHanga gurgurame

Koppii biliyoona 1.1Gosa: PolotikaaNama barreesse: Mao Zedong (a.k.a. Mao Tse-Tung)Bara: 1964
Afaan jalqabaa: Chinese

The Quran

Hanga gurgurame ~ Koppii miliyoona 800 Gosa : Amantii Bara ~ Jaarraa 7ffaa Afaan jalqabaa: Arabic

The Lord Of The Rings

Baay’ina~ koppii miliyoona 155Gosa: FantasyNama barreesse: John Tolkien (a.k.a. J.R.R. Tolkien)Bara: 1954
Afaan jalqabaa: English
 

The Little Prince

Hanga gurgurame~ Koppii miliyoona 140Gosa: Children’s NovelNama barreesse: Antoine de Saint-ExuperyBara: 1943Afaan jalqabaa: French

 Harry Potter and the Philosopher’s Stone

Baay’ina ~ Koppii miliyoona 125Gosa: FantasyNama barreesse: Joanne Rowling (a.k.a. J.K. Rowling)Bara: 1997
Afaan jalqabaa: English

Scouting for Boys

Baay’ina~ Koppii Miliyoona 120Gosa: Manual / InstructionalNama barreesse: Robert Baden-PowellBara: 1908Afaan jalqaaa: English

 

And Then There Were None

Baay’ina ~ Koppii Miliyoona 115Gosa: Mystery CrimeNama barreesse : Agatha ChristieBara: 1939
Afaan jalqabaa: English
 

The Hobbit.

Baay’ina~ Koppii miliyoona 110Gosa: FantasyNama barreesse: John Tolkien (a.k.a. J.R.R. Tolkien)Bara: 1937Afaan jalqabaa: English

 

The Dream Of The Red Chamber ( Hongloumeng )

Baay’ina~ koppii miliyoona 105Gosa: NovelNama barreesse: Cao Xueqin (a.k.a. Tsao Hsueh-Chin )Bara: 1791
Afaan jalqabaa: Chinese

Post a Comment

0 Comments