Ads

Akkaataa facebook irratti bifa feeneen barreessuu dandeenyu.

Facebook lite
Facebook yeroo fayyadamtu maxxansa bifa gara garaan barraa'an argiteertaa? fakkeenyaaf nama 'comment' irratti bifa diimaadhaan barreessu hin arginee? yeroo hunda bifa gurraachaan barreessuu nuffiteertaa? maxxansa kana keessatti akkaataa bifa fedha keenyaan facebook irratti barreessinu wajjiin ilaalla.

hubadhu :
bifa gara garaan barreessuun 'facebook lite' qofa irratti hojjata.
Kanneen armaan gaditti agartan kunneen kan furdatan (bold) ta'an koodii bifaa yoo ta'an, gara mirgaa irraan immoo bifa koodii sanaati.

<fg=b000ff00> green
<fg=b0ffff00> yellow
<fg=b0ffd700> golden
<fg=b0000000> black
<fg=b0ff7f00> orange
<fg=b0ff00ff> light pink
<fg=b0ff007f> dark pink
<fg=b0ff0000> reddish pink
<fg=b0800000> brown
<fg=b0ffc0cb> light purple
<fg=b06f00ff> dark blue
<fg=b0c0c0c0> grey
<fg=80ffffff> sky blue
<fg=b000ffff> light blue
<fg=b0bf00ff> purple
<fg=b08f00ff> dark purple
<fg=b0808000> mehandi green
<fg=b0ba55d3> light purple
<fg=b0f000f0> magenta
<fg=b00000ff> blue
<fg=b0b08080> steel grey
<fg=b0964b00> light brown
<fg=f0f00f0f> red

Fakkeenyaaf bifa keellootiin barreessuu yoo feete, jalqaba koodii bifa sanaa barreessi. sana booda barreeffama kee barreessuun 'post/comment/send/' gochuudha. fakkeenyota armaan gadii kanneen sirritti hubadhu.

<fg=b000ff00> Woow bareeda!!
erga post ta'ee haala armaan gadii kanaan mul'ata.
Woow bareeda!!

<fg=f0f00f0f> Nattoleera! itti fufi...
erga post ta'ee haala armaan gadii kanaan mul'ata.
Nattoleera! itti fufi...

<fg=b0bf00ff> waan jabaate!
erga post ta'ee haala armaan gadii kanaan mul'ata.
waan jabaate!













Haala kanaan facebook irratti bifa gara garaan barreessuu dandeenya.

Post a Comment

1 Comments