Filannoon maqaa baay'ee dhimma murteessaadha
Maqaawwan Qubee A irraa ka'an
Aagaa Aanaa Aannanee Aannanii Abboomaa Abdii Abdiisaa Amartii Araarsoo Araarsaa Arfaasee Asaantii Ayyaantuu
Maqaawwan Qubee B irraa ka'an
Baatii Bariisaa Beekan Biiftuu Bilisummaa Boontuu
Maqaawwan Qubee C irraa ka'an
Caalaa Caaltuu
Maqaawwan Qubee D irraa ka'an
Dachaasaa Daraartuu Duulaa
Maqaawwan Qubee E irraa ka'an
Elemoo Eebbaa Eebbisaa Eebbisee Eelaa
Maqaawwan Qubee F irraa ka'an
Falmataa Feenet Firoomsaa
Maqaawwan Qubee G irraa ka'an
Gaaddisaa Galaanaa Gammachiiftuu Gammadaa Gurmeessaa Guutuu
Maqaawwan Qubee H irraa ka'an
Haacaaluu Hawwii Hiree
Maqaawwan Qubee I irraa ka'an
Ibsituu Iftuu
Maqaawwan Qubee J irraa ka'an
Jaalannee Jootee
Maqaawwan Qubee K irraa ka'an
Keekiyyaa keenboon kanaa'ol
Maqaawwan Qubee L irraa ka'an
Lalisee Lalistuu Leensaa
Maqaawwan Qubee M irraa ka'an
Magartuu Meetii Milkeessaa
Maqaawwan Qubee N irraa ka'an
Naa'ol Naanaatii
Maqaawwan Qubee O irraa ka'an
Obsee Oromiyaa
Maqaawwan Qubee Q irraa ka'an
Qabbanee Qananii Qananiisaa Qaqqabaa Qarneessaa Qeeransoo
Maqaawwan Qubee R irraa ka'an
Rabbirraa Roobaa Roobeeraa Roobalee Roobsan
Maqaawwan Qubee S irraa ka'an
Seenaa Siifan Soorettii
Maqaawwan Qubee T irraa ka'an
Tolaa Toltuu Turungoo
Maqaawwan Qubee U irraa ka'an
Urjii Urgeessaa
Maqaawwan Qubee W irraa ka'an
Waaqgashee Waaqjiraa Waaqtolee Waaqwayyaa
Maqaawwan Qubee Y irraa ka'an
Yeroosan Yeroo Yaadessaa
Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta’een akka filataniif qarqaara. Applikeeshiniin bilbiloota ‘android’ MAQAA OROMOO jedhamu kun maqaawwan Oromoon ilmaan isaatti moggaafatu heddu bakka tokkotti walitti qabee haala bareedaadhaan isiniif dhiheesseera. Kana malees Applikeeshiniin kun haala salphaa ta’een banamee kan itti fayyadamuun danda’amuudha. App Maqaa Oromoo asirraa buufadhaa.
1 Comments
waan gaarii irraa jirtuu
ReplyDelete