Ads

Andu'alem Gosa - Darbee Laalla Full Lyrics

 



Raase raase raasee

barri baranee bar nama raasee

Raase raase raasee

barri baranee bar nama raasee

Raase raase raasee

barri baranee bar nama raasee

Addisaabbaan addisaabaan..


shaggar baana kaachamaalleen kaacha

dhugaan dhiigaa kun nama maraacha (x2)


darbee laallaa..


na taqayyamtee laata?

(darbee laalla)

kobbortaa balaa baata

(darbee laalla)

eenyutu sarmee baataa?

(darbee laalla)

barris bara fakkaata

(darbee laalla)

kan falfalu hin furmaatuu

(darbee laalla)

barraaqa barii raasa

(darbee laalla)

sagaltama garbaa guusaa

(darbee laalla)

waan falu cubbuu buusa


hin shakkine moo, hin shakkineree

hin shakkine moo, hin shakkineree

hin shakkine moo, hin shakkineree


jiraan jiraa baata

jiraan jiraa hin nyaatuu

odaa hunda caaluu

aduutti bobeeffatuu


boorataan korma dhugaa

boorataa booree galchuu

baasi haqa baasi haqa

(bahee barri dhalchuu)

baasi haqa baasi haqa

(bahee barri dhalchuu)

baasi haqa baasi haqa

(bahee barri dhalchuu)


hin shakkine moo, hin shakkineree

hin shakkine moo, hin shakkineree


xaafotti marmaarti

mucayyoon xaafotti marmaarti

akkamittan dhiisaa

daggamtee narratti 'tamaarti' 

xaafotti marmaarti

mucayyoon xaafotti marmaarti

akkamittan dhiisaa

daggamtee narratti 'tamaarti' 




raase raase raasee

barri baranee bar nama raasee

raase raase raasee

barri baranee bar nama raasee

raase raase raasee

barri baranee bar nama raasee


Addisaabbaan addisaabaan..


addisaabbaan biyya kaachamaallee

maal barbaadda 'min tifalligaallee'?

(addisaabbaan biyya kaachamaallee

maal barbaadda 'min tifalligaallee'?)


wollo worqituutu eega

(darbee laalla)

raayya raayyuma beekaa

(darbee laalla)

xannachi hiddatti mirgaa

(darbee laalla)

achi tuqan as dhiiga

(darbee laalla)

hin dhiyaata hin fagaatu

(darbee laalla)

hin gaddin gadaatu jira

(darbee laalla)

hin bariitu dhiitu malee

(darbee laalla)

kan boriitiif boorri jira


jiraan jiraa baataa

jiraan jiraa hin nyaatuu

odaa hunda caaluu

aduutti bobeeffatuu


boorataan korma dhugaa

boorataa booree galchuu

baasi haqi baasi haqa

(bahee barri dhalchuu)

baasi haqi baasi haqa

(bahee barri dhalchuu)

baasi haqi baasi haqa

(bahee barri dhalchuu)


hin shakkine moo, hin shakkineree

hin shakkine moo, hin shakkineree


koorratti rarraatii

huddeelloon kooratti rarraatii

buusi farda koorraa

wandaboon waan daba dabaati

koorratti rarraatii

huddeelloon kooratti rarraatii

buusi farda koorraa

wandaboon waan daba dabaati



ohoo woy ehee woy

ohoo woy ehee woy

ohoo woy ehee woy

ohoo woy ehee woy





Post a Comment

0 Comments