Ads

Akkaataa telegram irraa suuraa feene buufachuu dandeenyu!


Akkam jirtu? Maxxansa kana keessatti akkaataa telegram irraa suuraa feene buufachuu dandeenyu ilaalla.

  •  Bakka 'message' irratti barreessiturratti '@pic' barreessi.


  • Erga barreessitee booda bakka duwwaa (space key) tuqi. 


  • Sana booda suuraa barbaadde sanaaf maqaa barreessi.     Fkn:-   @pic cat


  • Xiqqoo jedhee suuraawwan heddu siif dhufu. Suuraa buufachuu barbaadde tuquun bani. 


  •  Suuraa tokko erga bantee save to gallery gochuun 'save' godhachuu dandeessa.


#orosoft


Maxxansa kana falkaatan kanneen biroof telegram irratti chaanaalii @orosoft barbaaduun join gochuun nu hordofaa!
#orosoft

Post a Comment

1 Comments